Damiina eLearning
Galmee Barnoota Website Development
Barnoota Website development isin barsiisuuf Damiina elearning'n qophii hunda xumuree isin eegaa jira.
Ji'a 1Turtii barnootaa
2,000 ETBGatii barnootaa
Nama 50 qofakan galmeessinu
Guyyaa galmeen itti cufamu
October 30, 2026
Waa'ee Barnootaa
Galmee BARNOOTA Website Development kanaan marsaa kanaan namoota 50 qofa barsiisuuf kan karoorfanne yommuu ta'u. Barnoota Website development kanaas turtii ji'a tokkootiif kan kenninuu fi qabiyyee website ijaaruu keessatti ogummaa website dhunfaati hanga website dhaabbilee ijaaruutti kan isin goonfachiifnu fi iyyata adsense tiif mijjeessuutti kan isin barsiifna. Namoonni carraa kanatti fayyadamee ogummaa kana barachuu barbaaddanis ji'a tokko keessatti barnoota kana guutuu isin barsiifnee abbaa ogummaa isin godhuuf qophee xumurree waan jirruuf ammuma galmaawuun abbaa ogummaa ta'a isiniin jenna. Gatiin kaffaltaa barnoota kanaatis ji'a tokkoof qarshii 2000 qofa yommuu ta'u marsaa kanaaf barnoota kana barsiisuufis namoota 50 qofa galmeessuuf kan karoorfanneedha. Ulaagaan galmee: kaffaltaa barnoota kafaluu, Afaan oromoo barreessite dubbisuu danda'uu yommuu ta'u barnoonni kun namoota waa'ee website development hin beekne fi jalqabdootaaf kan qophaa'eedha.
Kaffaltaa Barnoota Kafaluuf
Button armaan gadii "Kaffaltaa Barnoota Kafaluu" jedhu cuqaasuun lakkoofsa herreegaa kaffaltii argachuu dandeessu.
Unka Galmee Online
Maqaa guutuu, email, lakkoofsa bilbilaa fi screenshot kaffaltii keessan galchaa.
Galmeen keessan erga ergamee booda kaffaltiin adminiin ni sakatta’ama. Kaffaltiin ofumaan hin mirkanaa’u.