Bara ammaa kana hojii argachuun salphaa miti. Keessattuu dargaggoota baay’eedhaaf carraan hojii akka durii hin jiru. Garuu yeroo walfakkaatutti internet fi technology hojii haaraa uumaa jira. Kana keessaa tokko hojii digital marketing dha. Carraa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology immoo carraa hojii kana keessatti hirmaachuuf carraa gaarii uumaa jira.
Digital marketing jechuun oomisha ykn tajaajila internet irratti beeksisuu dha. Kunis Facebook, TikTok, Instagram, YouTube fi website fayyadamuun ni raawwatama. Barreeffama kana keessatti carraa hojii Daminaa Technology keessatti argamu, akkamitti jalqabu fi maaliif carraa guddaa ta’e bal’inaan ni ilaalla.
Daminaa Technology Maali?
Daminaa Technology dhaabbata teknoloji irratti xiyyeeffatee hojii online baballisuun dargaggoota hedduuf hojii uumuu kaayyeeffatee itti jiruudha. Hojii isaa keessaa tokko carraa hojii online fi digital marketing uumuudha. Dhaabbatni kun namoota:
- Oomisha online beeksisuu barbaadan
- Affiliate marketing hojjechuu fedhan
- Social media irratti hojii argachuu barbaadan
- Content creation irratti hirmaachuu barbaadan
- Namoota website banachuun hojjatan
waliin hojjechaa jira.
Kana jechuun namoonni biyya keessa fi alaa jiraatan illee internet fayyadamuun galii argachuu danda’u.
Digital Marketing Maali?
Digital marketing jechuun internet fayyadamuun oomisha ykn tajaajila beeksisuudha. Yeroo ammaa namoonni baay’een mobile isaanii irratti yeroo dheeraa dabarsu. Kanaaf dhaabbileen daldalaa meeshaa kana fayyadamuun maamiltoota argachuu barbaadu.
Fakkeenyaaf, namni tokko uffata gurguru yoo qabaate, TikTok irratti video maxxansuun namoota hawwachuu danda’a. Namoonni bituu yoo jalqaban galii argata.
Barreeffama walqabatu: TiruShop — Digital Marketing fi Website Online
Carraa Addaa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology Galii Yuuroon Argamsiisu
Hojiin kun hojii #digital_marketing jalatti hojii #Advertising_marketing yommuu ta’u karaa platform #digital_marketing keenya TiruShop waliin ta’uudhaan dhaabbata guddaa Google waliin kan hojjatamuudha.
Akka hojii kun itti hojjatamu Ilaali
Yoo video'n kallattiin hin banamne, as tuquun YouTube irratti ilaali.
Hojii Online Kun Akkamitti Hojjatama?
Hojii kana hojjachuuf jalqaba Ethio Telecom yookiin Yegara host irraa domain name (Hostinger) bituun TiruShop waliin walitti hidhamee website monetize ta’e (sub-domain TiruShop) ta’e isiniif banamee username, password fi video qajeelcha leenjii fayyadamaa wajjiin isiniif ergama.
Website isiniif baname irratti immoo akkaataa video leenjii isiniif erginuu fi nuti isin qajeelchinuutiin karaa miidiyaa hawaasummaa keessanii (TikTok, Facebook, Telegram fi kkf) hundaan qooduun (share) gochuudhaanii fi bio miidiyaa hawaasummaa keessanii irratti maxxansuun akka hordoftoonni miidiyaa keessanii website keessan isiniif daawwatu gochuun view 100 fi isaa ol guyyattii argachuudhaan guyyatti €1–€10 hojjechuu kan isin dandeessisuudha.
Akkasumaas akkaataa kallattii itti fayyadama siif kennameen AI gargaaramuun torbaanitti yoo xiqqaate barreeffama maxxansuun namootaaf karaa miidiyaa keessaniitiin qooddu.
Hub 1: Domain Hostinger
Domain Hostinger, Yegara.com yookiin Ethio Telecom irraa 6800 ETB bitamu immoo nuti gama keenyaan baay’inaan waan binnuuf qarshii 4200 ETB qofatti binna waan ta’eef isiniifis bu’aadha jechuudha.
Hub 2: Galii fi Muuxannoo Hojii
Hojii kana keessatti muuxannoo hanga amma jiruun namoonni guyyatti Yuuroo 10–50 hojjetaniis kan jiran yommuu ta’u namoonni Yuuroo 1 hin hojjannees immoo ni jiru. Kanaaf immoo sababni xiyyeeffannoo fi kallattii fayyadama isaaf kennamu sirnaan hubachuu dhabuu fi hojii kana wajjiin hanga sirritti wal baruuti. Akkasumaas obsaa fi xiyyeeffannoon hubannoo kennamuuf fudhachuuf fedhii dhabuu fi osoo hin barreessinee fi namootaaf qoodin bu’aa argachuuf yaadudha. Kun immoo osoo qotanii hin aramin callaa eeggachuu wajjiin tokko jechuudha. Hojii kanaaf immoo yeroo takka website banannaan waggoota dheeraaf itti tajaajilamtu.
Carraa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology Irratti Hirmaachuudhaaf Maaltu Na Barbaachisa?
Website monetize ta’e platform digital marketing dhaabbata Daminaa Tech’n hundaa’e TiruShop.com jalatti isiniif banamee akkaataa hojii fi leenjii isiniif kennamuun hojjattu. Kan website kana isiniif banu immoo dhaabbata Daminaa Tech dha. Kanaaf immoo dhaabbanni Daminaa Tech website kana isiniif banuuf wanti isin irraa barbaachisu: maqaa keessan, email keessan, suuraa keessan fi lakkoofsa bilbilaa keessan erguu fi gatii kaffaltaa domain Hostinger kaffaluudha.
Website tokko banuuf domain name bituun dirqama waan ta’eef gatii bittaa domain Hostinger immoo qarshii 4000 (kuma afur) kaffaluudha. Website monetize ta’u tokko immoo guddisuuf (develop) godhuuf yoomii fi eessattillee domain bituun dirqama.
Hubachiisa: Namoota Itoophiyaan ala jiraataniif immoo domain Hostinger kan Bluehost tu bitama access guddaa qabachisuuf waan ta’eef kaffaltaan domain warra biyya keessaa 4000 ETB sun namoota Itoophiyaa ala jiraniif 5000 ETB ti.
Kaffaltaan kun immoo karaa kamiin kaffalama gaafii jettuuf kaffaltaan bittaa domain kun karaa lakkoofsa herreega baankii (1000262475135 Fintabas Usmael Ibro) jedhutti qofa kaffaltu.
Erga Kaffaltaa Domain Raawwadhee Maal Gochuun Qaba?
Gaafii jettuuf: Carraa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology.
- Maqaa kee
- Lakkoofsa bilbila kee
- Suuraa kee
- Email kee
- Nagahee yookiin screenshot kaffaltaa keetii karaa keessoo Telegram lakkoofsa bilbilaa 0963161996 yookiin username Telegram (@daminaelearning yookiin @ararsoalisho) tin nuuf ergitu.
Website Banamee Ergame Guyyaa Meeqa Keessatti Qophaa’a?
Erga ulaagaalee asiin olii kana guuttanii booda website’n keessan guyyaa lamaa hanga sadii (2–3) keessatti isiniif banamuun (develop) ta’e dhumuun username, password fi suur-sagalee akkaataa fayyadama wajjiin isiniif ergama.
Website Banamee Naaf Ergame Kun Yoom Irraa Eegalee Monetization Eegala?
Website banamee yookiin develop ta’ee isiniif ergamu sa’aatii isiniif ergamee isin miidiyaa keessan irratti qooddannii namootaan laalamuu eegale irraa kaffaltaa (earning) isiniif lakkaawu jalqaba.
Haa ta’u malee, website qabaachuun qofti Google AdSense irraa galii argamsiisuu hin mirkaneessu. Website’n ulaagaalee Google AdSense guutuu, content original qabaachuu, traffic seera qabeessa argachuu fi hayyama monetization argachuu qaba.
Galii Hojjadhe Yoom Naaf Ergama? Eenyutu Naaf Kaffala?
Hojii kana irratti hirmaatte kaffaltaan ati hojjatte kan siif kaffalamu akkuma kaffaltaa hojii AdSense YouTube, akka dhahaa lakkoofsa biyyoota dhihaa (G.C), yeroo hunda kan ji’a kana hojjatte ji’a itti aanu guyyaa 21–25 jidduutti kan isiniif kaffalamu ta’a jechuudha.
Fakkeenyaaf akkuma namoota kanaan dura hojjataa turaniif kaffaltaan ergame suuraan deeggarree Telegram irra isiniif maxxansinee turre. Kaffaltaa booda kan dhiheenya kaffalame kaffaltaa gaafa ji’a 12ffaa bara 2025 (12/2025) hojjatame gaafa 24/1/2026 kaffalamee jira.
Fakkeenyaaf, website nama tokkoo gaafa 25/02/2026 tti baname ergameef haa jennuu, website nama kanaa guyyaa 25/02/2026–28/02/2026 tti Yuuroo 2 ol hanga fedhe yoo hojjate akkuma nama ji’a 02/2026 guutuu hojjatee kaffaltaan inni hojjate gaafa guyyaa 21–24/03/2026 isaaf ergama jechuudha. Kanaaf guyyaa siif ergamee hojjachuu eegalte irraa guyyaa 30 lakkaawuu osoo hin taane guyyaan kaffaltaa itti ergamu dhaabbataadha.
Kaffaltaa kana eenyutu naaf kaffala gaafii jettuuf, akka ibsa hojii kanaa, akkuma hojii AdSense YouTube dhaabbanni Google kaffalu, hojii AdSense website kanaafis dhaabbanni Google tu kaffala jechuudha.
Kaffaltaan Kun Karaa Kamiin Naaf Kaffalama? Credit Card Na Barbaachisa?
Kaffaltaa AdSense Google’n yeroo ergu karaa herreega baankii biyya keessa jirtuutiin siif erga. Kanaaf kaffaltaan kun karaa herreega baankii keetiitiin siif kaffalama jechuudha. Kanaaf credit kaardiin kaffaltaa kanaaf osoo qabaatteyyuu waliin argu jechuudha.
Namoota Itoophiyaan Ala Jiraniif Kaffaltaan Kun Akkamitti Kaffalama?
Namoota Itoophiyaa ala jiraniif kaffaltaan kun kan kaffalamu karaa herreega baankii biyya keessa qabaniitiin yookiin herreega baankii biyya keessaa isaan kana irratti nuuf haa galu jedhanii ergataniitiin kan ergamuuf ta’a jechuudha.
Haalli kaffaltii garuu biyya, account AdSense, odeeffannoo kaffaltii fi ulaagaalee Google yeroo sana hojiirra jiran irratti hundaa’a. Kanaaf dura account kee keessatti payment methods fi ulaagaalee kaffaltii ilaali.
Kaayyoon Dhaabbata Daminaa Technology Maali?
Hojii kana keessatti kaayyoo 1ffaa: Daminaa Tech dargaggoonni keenya bara baratanii hoj-dhabdummaan itti babal’ataa dhufe kana keessatti bakka isaan barnoota isaanii gurguratanii madda galiitti jijjiirratan uumuudhaan akka itti fayyadaman gochuu fi namoota hojii mootummaa yookiin hojii gosa tokkoo qofa irratti hirmaachuun galiin isaanii fi jireenyi isaanii wal gituu dadhabuun rakkataniif madda galii dabalataa uumuudha.
2ffaa: Bartee namoota biyya keenya miidiyaa hawaasummaa kana baasii itti fayyadamuu malee galii tokko irraa hin arganne kana akka galiitti jijjiiratan gochuu yommuu ta’u, mul’atni keenya immoo akka biyya Hindii hojii AdSense kana website irraa dargaggoonni isaanii madda galii dhumii fi komii hin qabne godhatanii yaada isaanii qofa gurgurachuun galii dhaabbataa uummatanii dargaggoota keenyaas karaa itti garsiisuu fi addunyaa dijitaala kana keessatti dargaggoota keenya ga’oomsuudha.
Maaliif Carraa Kana Fayyadamuu Qabna?
Carraan hojii Daminaa Technology keessa jiru faayidaa hedduu qaba.
1. Bilisummaa Yeroo
Hojii kana yeroo barbaadan hojjechuu ni danda’u. Halkanis ta’e ganama.
2. Carraa Hojii Digital Marketing Kana Keessatti Kaappitaala Hin Barbaachisu
Laptop ykn bilbila qofaan jalqabuun ni danda’ama. Haa ta’u malee, domain, internet fi tajaajiloota biroof baasii jiraachuu danda’a.
3. Galii Dabalataa
Namoonni hedduun hojii kana irraa galii dabalataa argatu.
Fakkeenyaaf, barataan tokko TikTok irratti website isaa beeksisuun daawwattoota gara website isaa fiduun ji’atti galii argachuu danda’a.
4. Hojii Mana Keessaa
Mana taa’anii hojjechuun ni danda’ama. Kun baasii geejjibaafis isin hin saaxilu.
Rakkoolee Argamuu Danda’an
1. Obsaa Dhabuu
Namoonni hedduun bu’aa saffisaa fi guddaa ta’e torban fi ji’a tokko keessatti barbaadu. Garuu yeroo barbaada.
2. Content Laafaa
Yoo content gaarii hin uumne namoonni hin dubbisan. Garuu barnoota fi shaakalaan rakkoolee kana furuun ni danda’ama; nutiis leenjii isiniif kennina.
Milkaa’ina Argachuuf Gorsa
- Yeroo hunda shaakalaa.
- Content nama fayyadu uumaa.
- Social media irratti cimaa ta’aa.
- Trend hordofaa.
- Obsaan hojjedhaa.
Milkaa’inni hojii online keessatti yeroo fi cichoomina barbaada.
Gaaffiiwwan Yeroo Baay’ee Gaafataman
Digital marketing jechuun maal jechuudha?
Digital marketing jechuun internet, website fi miidiyaa hawaasummaa fayyadamuun oomisha ykn tajaajila beeksisuu dha.
Bilbila qofaan hojii online jalqabuu nan danda’aa?
Eeyyee, hojiiwwan hedduu bilbila qofaan jalqabuun ni danda’ama. Garuu website bulchuu, barreeffama qopheessuu fi hojii tokko tokkoof laptop fayyadamuun salphaa ta’uu danda’a.
Website banachuun qofti galii AdSense argamsiisaa?
Lakki. Website qabaachuun qofti galii hin mirkaneessu. Content original, traffic seera qabeessa, ulaagaalee monetization fi hayyama Google AdSense barbaachisu guutuu qabda.
Galii online argachuuf yeroo meeqa na barbaachisa?
Yeroon barbaachisu nama irraa gara namaatti garaagarummaa qaba. Galii argachuun saffisa traffic, qulqullina content, carraa gabaa fi ulaagaalee platform irratti hundaa’a.
Barnoota Website Development eessatti galmaa’uu danda’a?
Fuula galmee Daminaa.org/register banuun odeeffannoo barnootaa fi ulaagaalee galmee ilaali.
Xumura Carraa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology
Carraan hojii digital marketing Daminaa Technology keessatti argamu carraa guddaadha. Dargaggoonni fi barattoonni carraa kana fayyadamuun galii argachuu danda’u. Affiliate marketing, digital marketing fi content creation irratti hirmaachuun hojii haaraa jalqabuu ni danda’u.
Yeroo ammaa technology fi internet hojii haaraa uumaa jira. Namni carraa kana hubate fi hojiitti hiike milkaa’ina guddaa argata.
Barnoota website development irratti hirmaachuuf:
Amma Galmaa’i →